Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis magaalaa Shaggar ifatti hojii eegalchiisan Sifen Megersa Feb 26, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa fi Hoggantoonni olaanoo Naannoo Oromiyaa Magaalaa Shaggar ifatti hojii…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona 102 godina Booranaaf deeggarsa taasiise Sifen Megersa Feb 26, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2015 (FBC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Godina Booranaatti lammiilee hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 102 deeggarsa taasiiseera. Birrii miiliyoonni 100…
Oduu biyya keessaa Injifannoo Adwaa waliigaltee biyyaalessaa fi ijarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf itti ifayyadamna-Jeneraal… Debela Tadesse Feb 25, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Injifannoo Adwaa waliigaltee biyyaalessaa fi ijarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf itti fayyadamna jechuun Itti Aanaan Itaamaajoor Shumii Waliigalaa Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Hariiroon Ityoophyaa fi Raashiyaan dameewwan garaagaraan cimaa dhufeera-Ambaasaaddar Eveegeenii… Debela Tadesse Feb 25, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Hariiroon dippiloomaasummaa seena qabeessi Ityoophyaa fi Raashiyaan dameewwan garaagaraan cimaa dhufuu Ityoophiyaatti Ambaasaddarri Raashiyaa…
Ispoortii Atileet Gudaaf Tsaggaayee fiicha mana keessaa meetira 3000 injifatte Debela Tadesse Feb 25, 2023 0 Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Atileet Gudaaf Tsaggaayee fiicha mana keessaa dubartootaa meetira 3000 injifatte. Fiigichaa mana keessa meetira 3000 Barmiingihaamitti…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin waggaa gorsitoota Shari’aa Ityoophiyaa jalqabaaf gaggeeffame Debela Tadesse Feb 25, 2023 0 Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Waldaan Ogeeyyii Faayinaansii Dhalarraa Bilisaa Ityoophiyaa, Yaa’ii Ulaamaa’otaa Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa waliin ta’uun…
Oduu biyya keessaa Baankiin misoomaa Afrika damee qonnaa Ityoophiyaa guddisuu fi cimsuuf deeggarsa taasisaa… Debela Tadesse Feb 25, 2023 0 Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Baankiin misoomaa Afrikaa damee qonnaa Ityoophiyaa guddisuu fi bu’uuraalee misoomaa cimsuuf deeggarsa taasisaa jiraachuu Pireezidaantii Baankichaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin hirmaannaa diyaaspooraa Oromoo cimsuu gaggeeffame Debela Tadesse Feb 25, 2023 0 Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Invastimantii fi misoomaarratti hirmaannaa Diyaaspooraa Oromoo cimsuuf waltajjiin xiyyeeffate galma Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo…
Ispoortii Aanaan Gommaa Shaamphiyoonaa Ispoortii Aanaalee Jimmaa taate Debela Tadesse Feb 25, 2023 0 Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii Aanaalee Godina Jimmaa olantummaa Aanaa Gommaan xumurame. Hirmaannaa fi naamusaan Aanaan Saqqaa Coqorsaa injifateera.…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin bishaan dhugaatii Magaalaa Bidiree Birri miiliyoona 315’n ijaaramaa jiru %15’rraa… Debela Tadesse Feb 25, 2023 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Pirojektiin bishaan Dhugaatii Magaalaa Bidiree Birri miiliyoonaa 315’n ijaaramaa jiru %15’rraa ga’uu Biiroo Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa ibse.…