Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Dambi Doolloon Donboskoo Adwaa injifate
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa tapha 3ffaan Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Dambi Doolloo galchii 4 fi 0n Donboskoo Adwaa injifate.…