Ispoortii Morkii Faransaayii fii Moorokoo gidduutti taasifamu… Sifen Megersa Jul 9, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Tapha nuusa xumuraa Waancaa Addunyaa har’a eegaluun morkiin Faransaay Moorokoo waliin taasiftu ni eegama. Har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee…
Ispoortii Roobeertoo Maartiineez leenjisummaa garee biyyaalessaa Poorchugaal irraa ka’an Ayana Dheressa Jul 8, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2018(FMC)- Lammii Ispeen kan ta’an leenjisaan garee biyyaalessaa Poorchugaal Roobeertoo Maartiineez garicharraa adda bahuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa biyyattii…
Fayyaa Dandeettii Itiyoophiyaan damee fayyaan uumte beekamtii idil-addunyaa argateera- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jul 8, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2018(FMC)- Ejensii To’annoo Qorichaa Idil-addunyaarraa dandeettii ijaarsaafi to’annoo dameewwan faarmaasiyuutikaalaafi hospitaalaan argameef beekamtiin kennameera…
Teeknooloojii Imala Diijitaal Itiyoophiyaa waggoota shanii fi raawwii waadaalee galamanii:- Sifen Megersa Jul 8, 2026 0 Mootummaan Ida’amuu wayita filannoo waliigalaa 6ffaa galmoota qabate guguddoo keessaa bu’uuraalee misooma Diijitaalaa ammayyeessuu fi Tarsiimoo Diijitaal Itiyoophiyaa 2025 milkeessuu ture.…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee 11ffaa Adoolessa 9 irraa eegale gaggeessa Tsehay Guluma Jul 8, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2018 (FMC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 11ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Adoolessa 9, 2018 irraa eegalee Galma Caffeetti ni gaggeessa. Haaluma kanaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Taayilaandi waliigaltee Pirootokoolii iddoo ga’umsa gabaa gamlamee mallatteessan Ayana Dheressa Jul 8, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan bu’uura hammattoo miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaan Taayilaandi waliin Pirootokoolii iddoo ga’umsa gabaa gamlamee mallatteessiteetti.…
Idil Addunyaa Waliigalteen dhukaasa dhaabuu yeroo Ameerikaa fi Iraan dhumateera – Pireezidaanti Tiraampi Sifen Megersa Jul 8, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2018 (FMC) – Waliigalteen dhukaasa dhaabuu yeroo Ameerikaa fi Iraan Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi. Pireezidaanti Tiraampi yaa'ii NATO Turkiitti…
Oduu biyya keessaa Gabaa elektirikaa naannawaa Gaanfa Afrikaa eegalchiisuuf… Ayana Dheressa Jul 8, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan naannawaa Gaanfa Afrikaatti gabaan elektirikaa ariitiin gara hojiitti akka galu waamicha dhiyeessite. Walga’iin addaa Koree Istiriingii…
Ispoortii Waancaa Addunyaa 23ffaa… Sifen Megersa Jul 8, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2018 (FMC) – Taphni Waancaa Addunyaa 23ffaa qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon taphatamaa jiru nuusa xumuraa gaheera. Waltajjiin biyyoota 48…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Tola ooltummaa dargaggootaa daangaa ce’oo biyyaalessaa eegalame Sifen Megersa Jul 8, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2018 (FMC) – Tajaajilli Tola ooltummaa dargaggootaa daangaa ce’oo biyyaalessaa mata duree ‘gaarummaa olka’iinsa Itiyoophiyaaf’ jedhuun eegalameera. Sagantaan…