Oduu biyya keessaa Ayyaana Cuuphaa walqabatee sochiin doqdoqqee dhorkame Debela Tadesse Jan 16, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 8, 2015 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti Ayyaana Cuuphaa Roobii fi Kamisaa dhufu kabajamu sababeeffachuun sochiin doqdoqqee dhorkaa ta’uu Eejensiin Bulchiinsa Tiraafikaa…
Oduu biyya keessaa Boruu keenya har’a haa ijaarru – Pireezidaanti Shimallis Sifen Megersa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) - Boruu keenya har’a haa ijaarru jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Pireezidaanti Shimallis,biyyi walharkaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Kaasaahuun Gofeen durfamu Ministira Daldalaafi Turizimii Jibuutii waliin mari’ate Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Jilli Ministir Deetaa Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Kaasaahuun Gofeen durfamu Ministira Ministeera Daldalaafi Turizimii…
Ispoortii Fiigicha walakkaa maaraatoonii Hiiwustaniin Atileetonni Ityoophiyaa injifatan Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Fiigicha walakkaa maaraatoonii Ameerikaa Hiiwustanitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifatan. Fiigicha walakkaa maaraatoonii dhiirotaan …
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni Gamoo Faasil daawwatan Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraarratti Ityoophiyaa bakka bu’an magaalaa Goondaritti Gamoo Faasil daawwatan. Ambaasaaddaroonni kunneen biyyoota…
Ispoortii Kongiransiin Filannoo Atileetiksii Riijinii Afrikaa Bahaa miseensota Koree Hojii Raawwachiistuu… Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Kongiransiin Filannoo Atileetiksii Riijinii Afrikaa Bahaa miseensota Koree Hojii Raawwachiistuu waggoota 4’n dhufan riijinicha hogganaan guyyaa har’a …
Oduu biyya keessaa Kutaan magaalaa Gullalleefi Bulchiinsi magaalaa Shaggar ayyaanni Cuuphaa karaan nagaan akka… Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Kutaan magaalaa Gullalleefi Bulchiinsi magaalaa Shaggar ayyaanni Cuuphaa karaan nagaan akka kabajamuuf waliin kan hojjetan ta’uu ibsameera. Waltajjiin…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti Ayyaanni Cuuphaa karaa nagaan akka kabajamuuf qaamolee dhimmatootaa waliin hojjetamaa… Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Ayyaanni kataraafi Cuuphaa karaa nagaan akka kabajamuuf qaamolee dhimmatootaa waliin qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon naannichaa haala yeroo biyyaalessaarratti mari’achaa jiru Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Hoggantoonni olaanoofi giddugaleessaa naannoo Sidaamaa haala yeroo naannoofi biyyaalessaarratti mari’achaa jiraachuu ibsame. Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka…
Ispoortii Fiigicha daandiirraa kiiloo meetira 10 Ispeen Yaalamwarqi Yawaalaawu injifatte Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) – Ispeenitti fiigicha daandiirraa kiiloomeetira 10 gaggeeffame Atileet Yaalamwarqi Yawaalaawu injifatte. Dorgommicha daqiiqaa 29 fi sekoondii 19'n galuun…