Fayyaa Du’aatii Tasaa Debela Tadesse Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Hawaasa keessatti nama ni du'aan hintilmaamamne irratti du’aatiin tasaa yeroo mudatu darbee darbee kan dhaga’amuudha. Innis "abaluu akka tasaa du’e.…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Ayyaana Cuuphaa fi Sirna Kataraaf Daandiilee konkolaattotaaf cufaa ta’an ifoomse Debela Tadesse Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Ayyaanaa Cuphaa fi sirna kataraa Amajjii 10-12, 2017tti Magaala Finfinnee bakkoota garaagaraatti kabajamuuf muddamni tiraafikaa akka hinuumamneef daandiilee…
Oduu biyya keessaa Walakkaa waggaatti lammiilee kuma 24 ol daandirraa kaasuun danda’amuu ibsame Sifen Megersa Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Baatiwwan jahan darban hojii namoota humna hin qabne gargaaruuf hojjetameen lammiilee kuma 24 ol daandirraa kaasuun danda’amuu Ministeerri Dhimma…
Oduu biyya keessaa Naannoleen ayyaana Kataraa fi Cuuphaa kabajuuf qophii barbaachisu xumuruu beeksisan Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Naannoon Gaambeellaa, Sidaamaa, Kibbi Lixaa fi Giddugaleessi Itiyoophiyaa ayyaana Kataraa fi Cuuphaa kabajuuf qophii barbaachisu xumuruu beeksisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Mariin oomisha al ergii Itiyoophiyaan gara Chaayinaatti ergitu guddisuurratti xiyyeeffate… Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Goofeen Jila Pireezidaantii Wiirtuu Qorannoo Misoomaa Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf tarkaanfiin fudhatamaa jiru bu’aa argamsiise – TKM Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf tarkaanfiin adda addaa fudhatamaa jiru bu’aa argamsiisuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse. Mootummaan…
Oduu biyya keessaa Mootummaan garaagarummaa kamuu mariin furuu fi araara akka filannnoo nageenyaa ijootti fudhachuun… Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) – Mootummaan garaagarummaa kamuu mariin furuu fi araara akka filannnoo nageenyaa ijootti fudhachuun hojjechaa jiraachuu Tajaajilii Kominikeeshinii Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Shaggar ayyaanni Cuuphaa karaa duudhaa isaa eeggateen… Tsehay Guluma Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) –Dargaggoonni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee fi Shaggar ayyaanni Cuuphaa karaa duudhaa isaa eeggateen akka kabajamuuf kan hojjetan ta’u ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Jirbii kuntaalli miiliyoona 1.7 walitti qabame-Ministeericha Debela Tadesse Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC)- Oomishi Jirbii kuntaalli miiliyoona 1.7 walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Hoji Raawwachiisaa Dursaa Misooma Jirbii Ministeerichaa Obbo…
Uncategorized Obbo Taaggasee Caafoon jila Paarlaamaa Iraan waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 17, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2017 (FMC) –Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasee Caafoon jila Paarlaamaa Iraan waliin mari’ataniiru. Jila Paarlaamaa Iraan Af Yaa’ii Mana Maree…