Finfinneen jireenya magaalummaa Afrikaa ammayyeessuu keessatti ashaaraa kaa’aa jirti- Kantiibaa…
Finfinnee, Bitootessa 16, 2018 (FMC)- Finfinneen jireenya magaalummaa Afrikaa ammayyeessuu keessatti ashaaraa kaa’aa jirti jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…