Manni Maree Magaalaa Finfinnee guyyaa sabaafi sablammootaa kabaje
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Manni Maree Magaalaa Finfinnee mata duree “Tokkummaa Sab-daneessummaa keenya nageenya waaraaf” jedhuun guyyaa sabaafi sablammootaa 17ffaa kabajeera.…