Viint Sarf qophii Ityoophiyaan Yaa’ii Bulchiinsa Intarneetiif taasifte dinqisiifatan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Abbaa Intarneetii jedhamuun kan beekaman Viint Sarf qophii Ityoophiyaan Yaa’ii bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa 17ffaaf taasifte dinqisiifatan.…