Ispoortii Astoon Viilaan Arsenaal injifate Sifen Megersa Dec 6, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 15ffaan Astoon Viilaan Arsenaal injifateera. Tapha har'a waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee taphatameen Astoon Viilaan…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Kaameeruun waliigaltee Itiyoo-Telekoomii fi ‘CAMTEL’ gidduutti taasifame… Sifen Megersa Dec 6, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Kaameeruun Jooseef Diiyoon Niguuteen waliigaltee Itiyoo-Telekoomii fi ‘CAMTEL’ gidduutti taasifame dinqisiifataniiru. Itiyoo-Telekoom…
Oduu biyya keessaa Kitaabni ogummaa farra riphee lolaa jedhu eebbifame Sifen Megersa Dec 6, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Ambaasaaddar Jeneraal Baacaa Dabaleen kan barreeffame Kitaabni 'ogummaa farra riphee lolaa' jedhu eebbifameera. Qondaaltoota waraanaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan gaaffiilee ummataa deebii sirrii ta’e ni kenna- Kantiibaa Adaanech Abeebee Sifen Megersa Dec 6, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Jiraattota Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa hundarraa walitti babba'an waliin dhimmoota gara garaa irratti mariin gaggeeffameera. Bakka bu’oonni…
Oduu biyya keessaa Ijoolleen hoggantoota Afrikaa sosochii Paan-Afrikaaniizimiin beekamanii Hidha Haaromsaa daawwatan Sifen Megersa Dec 6, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) –I joolleen hoggantoota Afrikaa sosochii Paan-Afrikaaniizimiin beekamanii magaalaa Piroojektii Hidha Guddicha Haromsa Itiyoophiyaa daawwatan. Daawwannaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitichi guyyaa hundeefama isaa waggaa 30ffaa kabaja jira Sifen Megersa Dec 6, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa guyyaa hundeefama isaa waggaa 30ffaa kabaja jira. Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa waggootan 30n darban keessa…
Oduu biyya keessaa Konfiraansiin misoomaa fi nageenyaa Godina Arsiitti taa’amaa jira Sifen Megersa Dec 6, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Konfiraansiin misoomaa fi nageenyaa Godina Arsii bulchiinsa magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa jira. Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee…
Teeknooloojii Kalaqaa fi hojiilee kalaqaa jajjabeessuun itti fufa Sifen Megersa Dec 6, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Sagantaan cufiinsa dorgommii Kalaqaa mata duree ‘leenjisuu, badhaasuu, ga’oomsuu’ jedhuun dorgomamaa ture gaggeeffamaa jira. Qopheessummaa Ministeer…
Biiznasii Baatiwwan arfan darban humna gabaa alaaf dhiyaaterra galiin Doolaarri miiliyoonni 46 ol argame Sifen Megersa Dec 6, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Baatiwwan arfan darban keessa humna Elektirikaa gabaa alaaf dhiyaaterra galiin Doolaarri miiliyoonni 46 ol argame jedhe Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa.…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 15ffaan har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Dec 6, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 15ffaan tapha har'a Astoon Viilaan Arsenaal keessummeessuun eegalamu. Har'a waaree booda sa’aatii 9:30…