Caffeen Oromiyaa riifoormii caaseffama godinaalee haaraa qophaa’e raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 18, 2019 (FMC) - Caffeen Oromiyaa Yaa'iisaa duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii 7ffaa geggeessaa jiruun wixinee labsii qaama raawwachiisaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa irra…