Raashiyaa fi Yuukreen hidhamtoota lakkoofsaan hedduu ta’an wal jijjiiran
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Raashiyaa fi Yuukreen hidhamtoota lakkoofsaan hedduu ta’an wal jijjiiruu isaanii beeksiisan.
Raashiyaan Loltoota dubartootaa Yuukreen 108 yoo gadi…