Alaabaa tokko jalatti hiriirree imala badhaadhinaa mirkaneessuuf ni hojjenna – Obbo Eeliyaas…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC) – Guyyaan kabaja Alaabaa biyyaaleessaa mata duree ‘Alaabaan Keenya Hedduminaa fi Utubaa Birmadummaa keenyaati’ jedhuun Waajjira Caffee Oromiyaatti…