Oduu biyya keessaa Sirni baniinsa walga’ii waloo Mana Maree lamaanii eegale Sifen Megersa Oct 10, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) - Manni Maree Federeeshinii fi Bakka bu'oota Ummataa sirna baniinsa Walga’ii waloo eegalaniiru. Manneen maree kunneen walga'ii waloo 6ffaa bara…
Oduu biyya keessaa Koreen Dhaabbii Dhimmoota Baajata Deeggarsaafi Galiiwwan Waloo dhimmoota garaagaraarratti mari’ate Ayana Dheressa Oct 10, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2015(FBC)- Mana Maree Federeeshiniitti Koreen Dhaabbii Dhimmoota Baajata Deeggarsaafi Galiiwwan Waloo dhimmoota garaagaraarratti mari’achuu ibsameera. Walitti…
Oduu biyya keessaa Humna Elektirikaa biyyoota Ollaatti gurguramerraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 13 ol argame Sifen Megersa Oct 10, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) – Baatiwwan lamaan darban Humna Elektirikaa Sudaanii fi Jiibuutiitti gurguramerraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 13 ol argamuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Marii Biyyaalessaa bakka bu’oota naannolee sadeenii waliin mari’ate Debela Tadesse Oct 10, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2015(FBC)- Koomishiniin Marii Biyyaalessaa bakka bu’oota ummatootaa Naannolee Afaar, Gaambeellaa fi Beenishaangul Gumuz waliin mari’atan. Maricharratti,…
Idil Addunyaa Magaalaa Guddittii Yuukreen Keeyevitti haleellaan Misaa’eelaa raawwachuu ibsame Sifen Megersa Oct 10, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) – Magaalaa Guddittii Yuukreen Keeyevitti haleellaan Misaa’eelaa raawwachuu aanga’oonni biyyattii ibsan. Handhuura magaalattiitti Misaa’eelli…
Oduu biyya keessaa Barattoonni kumni 560 qormaata kutaa 12ffaa fudhachaa jiru-Ministeera Barnootaa Ayana Dheressa Oct 10, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2015(FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa giddugaloota qorumsaa 130 keessatti barattoota kuma dhibba 5 fi kuma 60’f kennamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitii Hawaasaatti barattoota qormaataa kutaa 12ffaa fudhatanirratti riqichi jiguun miidhaan… Debela Tadesse Oct 10, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) - Riqichi Kaampaasotaa Yuunivarsiitii Hawaasaa lamaan walquunnamsiisu barattoota qormaataa kutaa 12ffaa fudhatanirratti jiguun miidhaa ga’uu eerame.…
Oduu biyya keessaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamuu eegale Debela Tadesse Oct 10, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamuu eegaleera. Qormaatichis nageenyummaan isaa eegamee walirraa hannaa qormaataa tokko malee akka kennamuuf…
Oduu biyya keessaa Barattoonni Shamarranii qormaata fudhachuuf Yuunivarsiitii erga seenanii booda dahan yeroo itti aanu… Sifen Megersa Oct 9, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Barattoonni Shamarranii qormaata fudhachuuf Yuunivarsiitii erga seenanii booda daa'ima dahan yeroo itti aanu kan qoraman ta'uu Tajaajilli Madaallii…
Ispoortii Arsenaal 3 – 2 Liivar Puul Sifen Megersa Oct 9, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Taphni Piriimaayeer Liigii Ingilaand Arsenaalii fi Liivar Puul gidduutti gaggeeffame olaantummaa Arsenaaliin xumurame. Taphoota Piriimayeer Liigii…