Baankichi filannoowwan Diijitaalaan Birrii Tiriiliyoona 5.3 daddabarsuu beeksise
Finfinnee, Mudde 30, 2017 (FMC) – Baankiin Daldala Itiyoophiyaa baatiwwan jahaan darban filannoowwan Diijitaalaan Birrii Tiriiliyoona 5.3 daddabarsuu beeksiseera.
Baankiin Daldala…