Qaamolee oomisha Bunaa kuusanirratti tarkaanfiin ni fudhatama – Ministeericha
Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) – Qaamolee oomisha Bunaa karaa seeraan alaa kuusanii fi dhoksanirratti tarkaanfiin ni fudhatama jedhe Ministeerri Qonnaa.
Ministeerichi haala gabaa…