Dorgommii fiigicha walakkaa maraatoonii Kooppanhaaganitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2015 (FBC) – Dorgommii fiigicha walakkaa maraatoonii Deenimaark magaalaa Kooppanhaaganitti guyyaa har’aa gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa koorniyaa lameenuu…