Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiiaa ture 476 eebbisiise
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota ogummaa garaagaraan digirii jalqabaa fi 2ffaan barsiisaa ture 476 eebbisiiseera.
Yunivarsiitichi barattoota 308…