Fayyaa Godina Jimmaatti piroojektiin “KoFIH” marsaa 2ffaan labsame Ayana Dheressa Sep 16, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Godina Jimmaatti piroojektiin “KoFIH” marsaa 2ffaan labsameera. Sangataan piroojektii “KoFIH” marsaa 2ffaa labsame kun, bakka turtii hadhoolii…
Fayyaa Naannoo Somaaleetti talaalliin dhibee gifiraa kennamaa jira Ayana Dheressa Sep 16, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Naannoo Somaaleetti talaalliin dhibee gifiraa kennamuu eegale. Duulli talaallii dhibee gifiraa sadarkaa biyyaatti aanaalee 22’f kan kennamu yoo ta’u,…
Oduu biyya keessaa Waldichi barattoota maatii harka qalleeyyii kuma 1 fi 500’f meeshaalee barnootaa deeggarsa… Ayana Dheressa Sep 16, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Waldaan qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa Damee Arsii barattoota maatii harka qalleeyyii kuma 1 fi 500’f deeggarsa meeshaalee barnootaa taasise. Waldichi…
Biiznasii Fooyyessi taaksii konkolaattota elektirikaa taasifame Debela Tadesse Sep 16, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Invastimantii fi fichiisisa Konkolaattota elektirikii jajjabeessuu akkasumaas hawaasa fayyadamtoota taasisuuf fooyyessa taaksii hojiirra oolchuu Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa yeroo 2ffaaf Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 242 ol taasise Ayana Dheressa Sep 16, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Naannoon Oromiyaa yeroo 2ffaaf Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 42 ol taasise. Naannichi sangoota…
Idil Addunyaa Ameerikaan Yuukireeniif misaa’ela kenninaan ofin ittisa jette Raashiyaan Debela Tadesse Sep 16, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Ameerikaan Yuukireeniif misaa’ela fageenya dheeraa furguggifamu yoo kennite, filmaata kamiyyuu akka fayyadamtu Raashiyaan akkeekachiifte. Dubbi Himaan…
Idil Addunyaa Waliigaltee niwukilaaraaf qoqqobbiiwwan ka’uu qabu-Iraan Debela Tadesse Sep 16, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Iraan Adurrahmaan Raayis waliigaltee niwukilaaraa irra ga’uuf Ameerikaan qoqqoobbiwwan keesse kaasuu akka qabdu himan. Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Qajeelfamni meeshaalee taajaajila dhuunfaa alaa galanii fooyya’uu ibsame Ayana Dheressa Sep 16, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Qajeelfamni meeshaalee taajaajila dhuunfaa alaa galanii fooyya’uu Komishiniin Gumruukaa beeksise. Qajeelfamni haala meeshaalee tajaajila dhuunfaa alaa…
Oduu biyya keessaa Bara haaraatti galma qamadii gabaa alaatti dhiyeessuuf qabannetti dhiyaanneerra-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Sep 16, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Bara haaraa eegalletti qamadii gabaa alaatti dhiyeessuuf galma qabannetti dhiyaanneerra jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Jilli Muummee…
Oduu biyya keessaa Sirna federaalaa cimsuuf gurmaa’iinsa dhaabbilee diriirsuun barbaachisaadha jedhame Ayana Dheressa Sep 16, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Sirna federaalaa cimsuufi fayyadamummaa uummataa haqa qabeessa mirkaneessuuf gurmaa’iinsa dhaabbilee diriirsuun barbaachisaa ta’uu Manni Maree Federeeshinii…