Ispoortii Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’a ni taphatamu Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’a taphoonni 7 ni gaggeeffamu. Taphoota Shaampiyoonsi Liigii…
Oduu biyya keessaa Ummanni Tigraay sababa ABUTn rakkoo hamaa keessa jira – Hidhattoota Garee ABUT Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Ummanni Tigraay sababa garee shororkeessaa ABUTtiin rakkoo hamaa keessa jiraachuu hidhattoonni garichaa ibsan. Hidhattoonni garichaa Adda waranaa…
Idil Addunyaa Namoonni miiliyoonni 50 garbummaa ammayyaa jala jiru- DhMG Ayana Dheressa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Addunyaarra namoonni miiliyoonni 50 gabrummaa ammayyaa jala jiraachuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise. Waggoottan dhiyoo as baayyinni…
Idil Addunyaa Injifannoo Yuukireen Kaarkoovitti galmeessiste duuba harki Ameerikaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Waraana Raashiyaafi Yuukireeniin walqabatee injifannoo Yuukireen Kaarkoovitti galmeessiste duuba harki Ameerikaafi deeggartoota ishee jiraachuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad sirna waadaa galuu Wiiliyaam Ruutoo irratti hirmaachuuf Keeniyaa galan Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad sirna waadaa galuu Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo irratti hirmaachuuf…
Oduu biyya keessaa Bara baajataa kana ijaarsi sarara daddabarsaa fi Raabsa humna 8 ni eegala Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Bara baajataa kana ijaarsi Piroojektoota sarara daddabarsaa fi Raabsa humna 8 kan eegalu ta’uu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa…
Ispoortii Inistiraakter Abraaham ogeessa Teeknikaa FIFA ta’uun muudaman Ayana Dheressa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Kilaboota garaagaraa keessatti leenjisummaan tajaajilaa kan turan Inistiraakter Abraaham Maabraatuun ogeessa Teeknikaa FIFA ta’uun muudamaniiru. FIFA…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan Warshaa Waldaa Aksiyoona ‘Jabduu Motors’ Eebbisiisaan Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015(FBC)- Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Bishooftuutti Warshaa Waldaa…
Oduu biyya keessaa Jiraattota dhiqaa kalee wal’aanamuuf humna hinqabneef Birriin miiliyoonni 20 ramadame Debela Tadesse Sep 12, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Bara 2015tti kaffaltiidhaan dhiqaa kalee wal’aanamuu lammiilee hindandeeyeef Birrii miiliyoona 20 ramaduu Bulchiinsi Magaala Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Nageenya waaraa Ityoophiyaa qajeelchuuf hunduu waloon akka dhaabbatu waamichi dhiyaate Debela Tadesse Sep 12, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Bara haaraatti nageenya waaraa Ityoophiyaa fi imala milkaa’inaa qajeelchuuf hunduu waloon akka dhaabbatu Koomishiniin Marii Biyyaalessaa waamicha…