Lafa heektaara miiliyoona 1.8 irratti biqiltuuwwan faayidaa dame hedduu qaban dhaabamaniiru- MQ
Finfinnee, Qaammee 4,2014 (FBC)- Lafa heektaara miiliyoona 1.8 irratti biqiltuuwwan faayidaa dameE hedduu qaban dhaabamuu Ministir Deetaan Ministeera Qonnaa Piroofeesar Iyyaasuu Eeliyaas…