Oduu biyya keessaa Artistoonni Qaammee 5’f Muuziqaa CD’n hojjechuun gumaachan Sifen Megersa Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Artistoonni Qaammee 5 guyyaa Tokkummaaf Muuziqaa CD’n hojjechuun gumaachaniiru. Artistoonni kunneen Muuziqaa waa’ee tokkummaa,…
Uncategorized Godinaaleen garaagaraa raayyaa ittisaaf deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Godinni GAONF, Harargee Bahaa,Guraagee fi Goofaa raayyaa ittisaaf deeggarsa taasiisan akkaakuu taasiisaniiru. Godinni Addaa Oromoo Naannawaa…
Oduu biyya keessaa Bara baajatichaatti jallisiiwwan 27 ni ijaaramu jedhame Debela Tadesse Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Bara baajatichaatti pirojektiiwwan jallisii 27 akka ijaaraman Ministir Deetaan Ministeeraa Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dooktar Birhaanuu Leenjisoo…
Oduu biyya keessaa Faanaa fi Yuunivarsiitiin Amboo waliin hojjechuuf walii galan Sifen Megersa Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Faanaa Broodkaastiing Korporeetii fi Yuunivarsiitiin Amboo waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Nageenyaa naannoleetti kabajame Sifen Megersa Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Guyyaan Nageenyaa mata duree ‘Ityoophiyaaf nageenya’ jedhuun naannoleetti kabajame. Guyyaan kun magaalaa Adaamaatti sirnoota adda addaan bakka kantibaan…
Idil Addunyaa Erga waraana Raashiyaa fi Yuukireenii Putiinii fi Shi Jiinpiingi yeroo jalqabaaf walarguufi Debela Tadesse Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmir Puutinii fi Pireezidaantiin Chaayina Shi Jiinpiingii torbee dhufuu Uzbeekistinitti kan gaggeeffamuu yaa’ii Dhabbataa…
Oduu biyya keessaa Wabii nyaataa Ityoophiyaa milkeessuuf qindoominaan ni hojjetama – Injinar Ayishaa Mahaammad Sifen Megersa Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Bara baajata kana mul’ata Wabii nyaataa Ityoophiyaa milkeessuuf Abbootii qabeenyaa damichaa waliin qindoominaan ni hojjetama jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaa xumuruuf Birrii biiliyoona 60 barbaachisa jedhame Debela Tadesse Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Pirojektii Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa xumuruuf dabalataan Birrii biiliyoona 60 akka barbaachisu Hoji Gaggeessaan Pirojektichaa Injiinar Kifilee…
Oduu biyya keessaa Humnoota nageenya booreessan irree tokkoon ni injifanna –Obbo Dastaa Leeddaamoo Sifen Megersa Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Humnoota nageenyaa booreessaan tokkummaan injifachuun nageenya Ityoophiyaa tiksina jedhan Pireezidantiin mootummaa Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa…
Oduu biyya keessaa Bulchinsi magaalichaa ‘Daandii Nageenyaa’ moggaase Debela Tadesse Sep 8, 2022 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) –Bulchiinsi magaala Finfinnee Daandii haaraa sadarkaa isaa eeggatee ijaarame Uraa’el irraa gara ‘Walloo safar’ geessuu “Daandi Nageenyaa” jechuun moggaase.…