Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii Addis Wag gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2014(FBC)-Waltajjiin marii "Addis Wag" bara 2014 xumuraa waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira. Waltajjichi mata duree “ Qormaata, Injifannoofi Abdii”…
Oduu biyya keessaa Kitaabni seenaa gootota Oromoo “Danbalii” eebbifame Debela Tadesse Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Kitaabni mata dureen “Danbalii” seenaa gootota Oromoo of keessatti qabate Ministir Deetaa Ministeera Aadaa fi Ispoortii Aadde Warqinesh Birruun…
Oduu biyya keessaa Waraanni ABUT bane amala walitti bu’iinsa uumuu qabaachaa ture argisiisa-Alistar Toomsan Debela Tadesse Sep 5, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Alistar Toomsan gaazexeessaa Niwuziilandi. Ogummaa gaazexeessummaatti dabalataan, Ogeessa Quunnamtii Ummataa fi siyaasa quubsumaa xiinxaluun kan…
Ispoortii Beellama 238ffaa Maanchistar Yuunayitidii fi Arseenaal Debela Tadesse Sep 4, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Tapha Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 6ffaan Maanchistar Yuunayitidii fi Arseenaal tapha kubbaa miilaa jabduu fi akkaan eegamuuf wal beellamaniiru.…
Oduu biyya keessaa ABUT duguggaan lammiilee nagaa Ciinaarratti raawwate yaadatame Debela Tadesse Sep 4, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT duguuggaan lammiilee nagaa Ciinaarratti raawwate waggaa 1ffaan Ciinaatti gaggeffameera. Sirna yaadannoo kanarratti…
Oduu biyya keessaa Oomishaaleen ayyaanaaf barbaachisan magaalattii seenaa jiru jedhame Debela Tadesse Sep 4, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Ayyaana dhufaa jiru sababaeeffachuun galteewwan yeroo ayyaanaa barbaachisan oomishaaleen hedduun gara Magaalaa Finfinnee seenaa jiraachuu Bulchiinsi…
Biiznasii Dameen baankii abbootii qabeenyaa alaaf banamuun jijjiirama olaanaa fida jedhame Debela Tadesse Sep 4, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Dameen baankii Abbootii qabeenyaa alaaf banaa ta’uun jijjiirama olaanaa dame baankiirratti akka fidu ibsame. Manni Maree Ministirootaa wixinee…
Oduu biyya keessaa Kooleejonni garaagaraa barattoota barsiisaa turan eebbisan Debela Tadesse Sep 4, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Kooleejiin ‘East Africa’ Damee Adaamaa baratoota gosa garagaraatiin barattoota sadarkaa digirii jalqabaa fi 2ffaan barsiisaa ture 684 guyyaa har’aa…
Oduu biyya keessaa Waajjirichi namoota qaroo dhabeeyyii kuma 2’f Mana Tsira gumaache Sifen Megersa Sep 4, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Waajjirri Giiftii Duree namoota qaroo dhabeeyyii kuma 2'f Mana Tsira gumaacheera. Mana Tsirri/Marawwaan/ kun barreeffamoota garaagaraa dubbisuuf,…
Oduu biyya keessaa Godinichi bara 2015tti barattoota kuma 700 ol simatee barsiisuuf hojjechaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa Sep 3, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Waajjirri barnoota Godina Arsii Lixaa bara barnootaa 2015tti barattoota kuma dhibba 7 fi kuma 51 simatee barsiisuuf hojjachaa jiraachuu beeksise.…