Obbo Ristuu Yirdaan manneen jireenyaa lammiilee qe’eesaaniirraa buqqa’aniif ijaaraman daawwatan
Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Pireezidaantii naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaan manneen jireenyaa lammiilee qe’eefi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif ijaaraman daawwataniiru.…