Oduu biyya keessaa Koolleejjiin Paaradaayiz Vaalii barattoota kuma 4 ol eebbisiise Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Koolleejjiin Paaradaayiz Vaalii damee Shaashamannee barattoota muummee garaagaraatiin barsiisaa turee kuma 4 ol guyyaa har’aa eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa ABUT irra deebiin waraana labsuun nageenyaaf bakka kan hin qabne ta’uusaa mirkaneessa- MNG Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – ABUT irra deebiin waraana labsuun nageenyaaf bakka kan hin qabne ta’uusaa kan mirkaneessu ta’uu Mootummaan Naannoo Gaambeellaa ibse. Gareen…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannichaa Weerara ABUT qolachuufi birmadummaa biyyaa kabachiisuuf qophiidha jedhe Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Beenishaangul Gumuz tattaaffii weerara gareen shororkeessaa ABUT naannolee Amaaraafi Afaaritti eegale qolachuufi birmadummaa biyyaa…
Oduu biyya keessaa Hawaasa aanichaa hongeen miidhamaniif deeggarsi midhaanii kuntaala 2733 taasifame Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Aanaaleen Godina Arsii Lixaa hawaasa Aanaa Shaallaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaala kuma 2fi 733 tasisan. Bulchaan Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen gocha badii ABUTiif deeggarsa taasisan gochaa isaaniirraa of qusachuu qabu- Laawurans… Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Qaamoleen gocha badii biyya diiguu ABUTiif deeggarsa taasisan gochaa isaaniirraa of qusachuu akka qaban xiinxalaan dhimmoota siyaasaafi diinagdee Afrikaa…
Oduu biyya keessaa ABUT daa’imman fuuldura hiriirsuun irbaata rasaasaa taasisaa jira jedhame Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – ABUT daa’imman fuuldura hiriirsuun irbaata rasaasaa taasisuun yakka raawwachaa jiraachuu ibsame. Garichi waamicha nageenyaa mootummaan taasiseef…
Oduu biyya keessaa Sirni Odeeffannoofi gabaasni yeroo muddamaa ofeeggannoon hoogganamuu akka qabu yaadachiifame Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Dhaabbileen miidiyaafi kominikeeshinii Sirni Odeeffannoofi gabaasni yeroo muddamaa haala faayidaa biyyaalessaa hubannoo keessan galcheeniifi ofeeggannoon…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti piroojektoonni guyyoota 60/90 namarratti xiyyeeffatan eebbifaman Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Yakkaatti piroojektoonni guyyoota 60/90 namarratti xiyyeeffatan Birrii miiliyoona 818 oliin ijaaraman eebbifaman.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni Keeniyaa jiraatan nageenya biyyaarratti mootummaa waliin ni hojjenna jedhan Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Ityoophiyaanonniifi dhalattoonni Ityoophiyaa Keeniyaa jiraatan biyyi nagaa akka taatu, waraanni hanga xumuramuttiifi birmadummaan biyyaa hanga kabajamutti…
Oduu biyya keessaa Naannichi waraana gareen shororkeessaa ABUT bane qolachuuf deeggarsa barbaachisaa kan taasisu ta’uu… Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Naannoon Hararii waraana gareen shororkeessaa bane qolachuuf deeggarsa barbaachisaa ta’e hunda taasisuuf qophii ta’uu ibseera. Manni Maree Nageenyaa…