Diina Adabuun seenaa dhalootaf darbu hojjechuu itti fufna – L/J Yilmaa Mardaasaa
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Diina Adabuun seenaa dhalootaf darbu hojjechuu itti fufna jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Ityoophiyaa Leetanaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan.…
Jaappaan Afrikaaf Doolaara biiliyoona 30 laachuuf waadaa galte
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Mootummaan Jaappaan Afrikaaf Doolaara biiliyoona 30 laachuuf waadaa galeera.
Waraanaa Raashiyaa fi Yuukreen Hordofee sadarkaa idil addunyaatti hanqinni…
Gareen Shororkeessaa ABUT haleellaa bane daraan Hammeessee itti fufe – TKM
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT filannoo Nageenyaa hunda cufuun haleellaa waraanaa jalqabe hammeessee itti fufuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.…
Yaa’iin Filannoo waliigalaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Yaa'iin Filannoo waliigalaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Finfinnee Galma Walga'ii Komishinii Diinagdee Afrikaatti gaggeeffamaa jira.…
Lammiileen Tigraay ABUT daandii nageenyaatti akka deebi’u dhiibbaa uumuu qabu –…
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Lammiileen Tigraay iddoolee kamiiyyuu jiraatan ABUT daandii nageenyaatti akka deebi'u dhiibbaa uumuu akka qaban Ministirri Raayyaa Ittisaa Dooktar…
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi Torbee 4ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi Torbee 4ffaan har'a waaree booda sa'aatii 8:30 eegaluun ni taphatamu.
Saa'aatii 8:30 eegalee Saawuzhaamtoon…
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Sagantaa Qusadhaa Badhaafamaan abbootii carraa Badhaase
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Sagantaa Qusadhaa Badhaafamaa,Fudhadhaa, Sharafadhaatii Badhaafamaa marsaa 21ffaa, 22ffaa fi 23ffaatiin abbootii carraa…
Yuunivarsiitiin Bahaar Daar Barattoota kuma 6 fi 500 ol eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Bahaar Daar Barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 6 fi 500 ol eebbisiiseera.
Yuunvarsiitichi barattoota sagantaa digrii…
Yuunivarsiitiin Bahaar Daar Komaandar Atleet Daraartuu Tulluuf Dooktareetii Kabajaa kenne
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Bahaar Daar Komaandar Atleet Daraartuu Tulluu fi Abunee Eermiyaasiif Dooktareetii Kabajaa kenneera.
Yuunivarsiitichi Komaandar Atleet…