Oduu biyya keessaa Sabdaneessummaan keenya madda cimina keenyati!! – TKM Sifen Megersa Dec 7, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa kabaja guyyaa Sabaaf sablammootaa 17ffaa ilaalchisuun ergaa dabarseera. Sabdaneessummaan keenya madda cimina…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon guyyaa sabaa fi Sablammoota kabajuuf Hawaasaa galan Sifen Megersa Dec 7, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon Naannolee fi Federaalaa guyyaa sabaa fi Sablammoota kabajuuf Magaalaa Hawaasaa galaniiru. Pireezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetuun durfamu Aanaa Haroomayaatti hojiiwwan qabeenya uumamaa daawwate Sifen Megersa Dec 7, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Haroomayaatti hojiiwwan qabeenya uumamaa daawwateera.…
Ispoortii Eedan Hazaardi garee biyyaalessa Beeljiyeem keessaa ba’uu beeksiise Sifen Megersa Dec 7, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Eedan Hazaardi Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Beeljiyeem keessaa ba’uu ifoomseera. Taphataan Kilaba Riyaal Maadridii fi garee Biyyaalessaa Beeljiyeem…
Oduu biyya keessaa Jallisii Boneen hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 450 ol sanyiin uwwifamuu ibsame Sifen Megersa Dec 7, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Qonna Jallisii Bonee Bara kanaan hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 450 ol sanyiin uwwifamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Bara oomishaa kana fedhii…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti miseensota shan kan qabu koreen farra malaanmaltummaa hundaa’e Debela Tadesse Dec 7, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa finfinnee Aadde Adaanech Abeebee miseensota shan kan qabu koree farra malaanmaltummaa hundeessan. Miseensonni korichaas, Aadde…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Naannoo Oromiyaaf paampiiwwan bishaanii 900 deeggarsa taasise Debela Tadesse Dec 7, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Naannoo Oromiyaaf paampiiwwan bishaan harkisan 900 Naannoo Oromiyaaf deeggarsa taasise. Paampiiwwan…
Oduu biyya keessaa Godina Goofaatti namoota kuma 155 ol deeggarsa nyaataa hatattamaa barbaachisa jedhame Debela Tadesse Dec 7, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Godina Goofaa aanaalee sadiitti namoota kuma 155 ol deeggarsi nyaataa hatattamaa akka barbaachisuun Waajjirri Hoggansa Sodaa Balaa Godinichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Naaannichi guyyaa sabaa fi sablammootaa boru kabajamuuf qophii xumuruu ibse Debela Tadesse Dec 7, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC )- Guyyaa sabaa fi sablammootaa boru kabajamuuf qophiin xumuramuu Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoon ibsaniiru. Guyyaan sabaa fi…
Oduu biyya keessaa Biyya hunda keenyaaf taatu ijaaraa jirruuf sirni Federaalizimii sabdaneessi murteessaadha – BKO Sifen Megersa Dec 7, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Gaaffii bule hunda deebisuun biyya hundaaf taatu ijaarramaa jirtuuf sirni Federaalizimii sabdaneessi murteessaa ta'uu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa…