Ispoortii Uraagaay 0 – 0 Kooriyaa Kibbaa Ayana Dheressa Nov 24, 2022 0 Finfinee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Taphni Waancaa Addunyaa 22ffaan Uraagaayiifi Kooriyaa Kibbaa gidduutti taphatame goolii malee qixa xumurame. Tapha gareen lameen istaadiyeemii…
Oduu biyya keessaa Rakkoo jijjiirama qabeenya qilleensaaf furmaata barbaaduun barbaachisaadha- Obbo Umar Huseen Ayana Dheressa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Jijjiiramni qabeenya qilleensaa Afrikaaf dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuu waan ta’eef rakkichaaf furmaata barbaaduun barbaachisaa ta’uu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Fiqaaduun durfamu Shawaa Lixaatti sochii misoomaa daawwate Sifen Megersa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaan Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu sochii misoomaa Godina Shawaa Lixaa daawwateera.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaar Baacaan gita isaanii Sudaan waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Keeniyaatti Ambaasaaddaarri Ityoophiyaa Baacaa Dabaaleen gita isaanii Sudaan Kamaal Gubraa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru. Haala waqtaawaa…
Oduu biyya keessaa Warshaan Simmintoo Darbaan Dhaabbata Chaayinaa Siinoomaa Intarnaashinaal Injinariing Giruup waliin… Ayana Dheressa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Warshaan Simmintoo Darbaan Piroojektii babal’ina warshichaarratti waliin hojjechuuf Dhaabbata Chaayinaa Siinoomaa Intarnaashinaal Injinariing Giruup waliin…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Jarmiyaalee Diyaaspooraawwan hojiilee mootummaan hojjechaa jiru kan deeggaran ta’uu… Sifen Megersa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Miseensonni Gurmaa’insa waloo Diyaaspooraawwanii 21 guutuu addunyaarratti argaman waliigaltee nageenyaa taasiifame hordofee hojiilee mootummaan…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu magaalaa Asallaatti hojiilee misoomaa daawwate Ayana Dheressa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Jilli Sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Qindeessaa Kilaastara Horataalee Mootummaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu, bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Bulchiinsa Intarneetii Finfinneetti gaggeeffamuun isaa milkaa’ina diijitaalaa Ityoophiyaaf… Ayana Dheressa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Yaa’iin Bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa Finfinneetti gaggeeffamuun isaa milkaa’ina diijitaalaa Ityoophiyaa warreen birootti beeksisuuf carraa gaarii…
Ispoortii Siwiizarlaandi 1 -0 Kaameeruun Sifen Megersa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Taphni Kubbaa Miilaa waancaa Addunyaa 22ffaan Siwiizarlaandii fi Kaameeruun gidduutti Istaadiyeemii Al Januubitti taphatame olaantummaa Siwiizarlaandiin…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Misooma Mana Amantichaa lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 25… Ayana Dheressa Nov 24, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Komishiniin Misooma Mana Amantaa Kiristaanaa Qaalahiwoot naannoo Amaaraatti lammiilee sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 25fi…