Oduu biyya keessaa Ijoolleen Abbayyaa Hundi Baga gammaddan – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Aug 12, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Guutinsa Bishaan HGHI marsaa 3ffaa yeroo jedhame keessatti xumuruu keenyaan ijoolleen abbayyaa hundi baga gammaddan jedhan Muummeen Ministiraa Abiy…
Biiznasii Baatii Adoolessaatti Birrii biiliyoonni 28.7 walitti qabame Ayana Dheressa Aug 12, 2022 0 Finfinnee Hagayya 6, 2014(FBC)- jalqaba bara baajataa 2015 baatii Adoolessaatti Birrii biiliyoonni 28.7 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii ibse. Ministeerichi baatichatti Birrii…
Oduu biyya keessaa Abbayyaan Ityoophiyaa qofaaf utuu hintaane addunyaaf kan kennameedha-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Aug 12, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Abbayyaan Ityoophiyaa qofaaf utuu hintaane qabeenya umamaa addunyaaf kennameedha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Sirni guutiinsa bishaan…
Oduu biyya keessaa Guutinsi Bishaanii HGHI marsaa 3ffaan milkiin xumurame Sifen Megersa Aug 12, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Guutinsi Bishaanii Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa marsaa 3ffaan milkiin xumurameera. Waqtiin Gannaa seenuu hordofee guutiinsi bishaanii…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Muktaar xaalayaa muudama isaanii Siiriil Raamaafoosaaf laatan Sifen Megersa Aug 12, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Ambaasaaddar Muktaar Kadir xaalayaa muudama isaanii Pireezidaanti Siiriil Raamaafoosaaf laataniiru. Afrikaa Kibbaatti Ambaassaaddara…
Oduu biyya keessaa Tajaajila Daangaa Bakka Tokkoo Ityoo- Jibuutiitti eegalchiisuuf deeggarsi argame Ayana Dheressa Aug 11, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Ijaarsa Tajaajila Daangaa Bakka Tokkoo Ityoo- Jibuutiif eegalchiisuuf “COMESA” waliin deeggarsi Yuuroo miiliyoona 3.2 taasifame. Yeroo itti aanutti…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa Ityoophiyaanotaaf Ibsaadhas Irbaatas-TKM Ayana Dheressa Aug 11, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Hidhi Haaromsaa Ityoophiyaanotaaf Ibsaas Irbaatas ta’uuTajaajilli Koominikeeshinii Mootummaa ibse. Tajaajilichi tarbaayinni 2ffaan Hidha Haaromsaa…
Oduu biyya keessaa Waan yaadne raawwachuu akka dandeenyu hojiin agarsiisne- Paartii Badhaadhinaa Ayana Dheressa Aug 11, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Waan yaadne raawwachuu akka dandeenyu hojiin agarsiisne jedhe Paartiin Badhaadhinaa. Paartichi Tarbaayinni 2ffaan Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Tumsii fi tokkummaan biyyaalessaa cimee akka itti fufu gaafatame Ayana Dheressa Aug 11, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Federeeshinii tumsii fi tokkummaan biyyaalessaa damee hundaan cimee akka itti fufu gaafatan. Manneen mare kunnee…
Oduu biyya keessaa Pirezidaantonni naannolee ergaa baga gammaddanii dabarsan Ayana Dheressa Aug 11, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Tarbaayinni 2ffaan Hidha Guddichaa Haaromsa Ityoophiyaa anniisaa maddisiisuu eegaluusaatiin Pirezidaantonni naannolee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.…