Bidireetti ijaarsi proojektii Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 300 eegale
Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Godina Baalee aanaa Madda Walaabuu magaalaa Bidireetti ijaarsi proojektii Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 300n eegalame.
Hanqina Bishaan…