Magaalaa Finfinneetti lafti heektaarri 307 qonna magaalaan misoomaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Magaalaa Finfinneetti lafti heektaarri 307 qonna magaalaan misoomaa jiraachuu Komishiniin Qonnaan Bulaafi Misooma Qonna Magaalaa magaalichaa beeksise.…