Oduu biyya keessaa Sirni Carraa baasuu manneen waliin jireenyaa raawwatame Sifen Megersa Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Sirni Carraa baasuu manneen waliin jireenyaa magaalaa Finfinnee raawwatameera. Sababa yakka waliin dhahuu raawwatameen haqamee kan ture sirni carraa…
Oduu biyya keessaa Hojmaata badaa maksuun fayyadamummaa haqa qabeessa mirkaneessuuf waloon hojjechuu qabna – Aadde… Sifen Megersa Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Hojmaata badaa maksuun fayyadamummaa haqa qabeessa mirkaneessuuf waloon hojjechuu qabna jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen.…
Biiznasii ATM’n Baankii Oromiyaa tajaajila Maastercaardiin maallaqa baafachuu eegale Debela Tadesse Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)-Mashiniin ATM’n Baankii Oromiyaa tajaajila Maastercaardiin maallaqa baafachuu kennuu eegale. Baankiin Oromiyaa, EthSwitch fi MasterCard waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Faayidaa Ityoophiyaaf jecha lafti nuti nageenya barbaacha hindeemne hinjiru-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad, faayidaa Ityoophiyaa kabajchisuuf jecha lafti nageenya barbaacha hin adeemamne hinjiru jedhan. Muummeen ministiraa…
Oduu biyya keessaa Mariin biyyaalessaa rakkoolee keenya %80 ni fura-MM Abiy Ahimad Debela Tadesse Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)- Mariin Biyyaalessaa rakkoolee baroota dheeraa Ityoophiyaa keessatti sukkumaamaa jiran %80 akka furu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsan. Mummeen…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee nageenya taasiifame hordofee lammiileen gammachuu guddaa keessa jiru – Raayyaa… Sifen Megersa Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisaa biyyaa waligaltee Nageenyaa Mootuummaa fi ABUT gidduutti taasifame ilaalchisee bakka buutoota Raayyaa Ittisaa biyyoota garagaraaraaf ibsa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad gaaffiilee dameewwan garaagarratti ka’aniif deebii laataniiru Sifen Megersa Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gaaffilee dameewwan garaagaraarratti miseensota Mana Maree bakka bu’oota ummataarraa ka’aniif deebii laataniiru.…
Uncategorized MM FDRI Abiy Ahimad gaaffilee Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaateef dhimma… Sifen Megersa Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gaaffilee Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaateef dhimma Diinagdeerratti deebii laachaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Afaaritti sagantaan beeksisa duula misoomaa ‘Yeleemaat Tiruufaat’ gaggeeffame Ayana Dheressa Nov 14, 2022 0 Finfinnee, Sadasa 5, 2015(FBC)- Naannoo Afaar magaalaa Awaashitti sagantaan beeksisa duula misoomaa ‘Yeleemaat Tiruufaat’ guyyaa har’aa gaggeeffameera. Saganticharratti kan argaman…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraahi Aanaa Giimbootti sagantaalee duula misoomaa ‘Yeleemaat Tiruufaat’ daawwatan Ayana Dheressa Nov 14, 2022 0 Finfinnee, Sadasa 5, 2015(FBC)- Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahi naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Godina Kafaa Aanaa Giimbootti sagantaalee duula…