Biyyoota Afrikaa 5’tti kan hojiirra oolu sagantaan waloo yaa’iinsa hojjettootaa ifoome
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Biyyoota Afrikaa shanitti, kan hojiirra oolu sagantaan waloo yaa’iinsa hojjettootaa eegaluu Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat…