Oduu biyya keessaa Magaalichatti bu’aan qormaata kutaa 8ffaa ifoome Ayana Dheressa Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti bu’aan qormaata kutaa 8ffaa bara barnootaa 2014 ifoomuu Biiroon Barnoota magaalichaa beeksiseera. Barattoota qormaaticha…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti duulli manneen harka qalleeyyii 7500 ijaaruu eegaleera Debela Tadesse Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaa keessatti manneen harka qalleeyyii kuma 7 fi 500 ijaaruuf karoorri qabame eegalamuun eerameera. Duulli kunis Godina Arsii Aanaa…
Idil Addunyaa Pireezidaantiin Hindii haaraan Dirooppaadii Murmuu sirna kakuu raawwatan Debela Tadesse Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Waggoota 15 booda dubartiin Pireezidaantii Hindii ta’uun filaman Dirooppaadii Murmuu sirna kakuu raawwataniiru. Guyyaa har’aa magaalaa gudditti…
Oduu biyya keessaa Buufanni Anniisaa Qilleensaa Adaamaa bara baajatichaatti anniisaa Weeggaa Waattii 133.75… Debela Tadesse Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Buufanni Anniisaa Qilleensaa Adaamaa bara baajataa 2014 Giiggaa Waattii 144 maddisiisuuf karoorfamee, Giiggaa Waattii 133.75 maddisiisuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Bahaatti bara kana qofa lubbuun namoota 197 balaa Tiraafikaan darbuu ibsame Ayana Dheressa Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Godina Harargee Bahaatti bara kana qofa lubbuun namoota 197 balaa Tiraafikaan darbuu ibsameera. Godinichatti balaawwwan 215 qaqqabeen lubbuun namoota…
Oduu biyya keessaa Aanaa Qimbibiititti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namootaa darbe Ayana Dheressa Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaa aanaa Qimbibiititti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namootaa darbe. Aanichatti balaa tiraafikaa guyyaa kaleessaa naannoo…
Ispoortii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaarratti Ityoophiyaan sadarkaa 2ffaan xumurte Debela Tadesse Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Oroganitti gaggeeffamerratti Ityoophiyaan meedaaliyaawwan Warqee 4, Meetii 4 fi Nahaasaa 2 argaachuun addunyaarraa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoon Amaaraa yaa’ii idilee 3ffaa gaggeessuu eegale Debela Tadesse Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoon Amaaraa yaa’ii idilee 3ffaa, marsaa 6ffaa, bara hojii 1ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichaan raawwii karoora bara 2014…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi lammiilee naannoo Affaar waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasise Ayana Dheressa Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Ministeerri Pilaaniifi Misoomaa dhaabbilee waamamtootaa waliin ta’uun lammiilee naannoo Affaar sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona…
Ispoortii Fiigicha meetira kuma 5 dhiirootan Atleetoonni Ityoophiyaa hin milkoofne Sifen Megersa Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaan fiigicha meetira kuma 5 dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atleetiin Noorweey 5 meedaaliyaa Warqee biyya…