Manni Maree magaalaa Finfinnee baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 100.05 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 10, 2014 ( FBC)- Manni Maree magaalaa Finfinnee baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 100.05 dhiyaateef raggaasiseera.
Karoora bara baajataa 2015 hojiilee misoomaa fi…