Oduu biyya keessaa Magaalaa Sulultaatti Qonna magaalaa bara 2014/15 eegale Sifen Megersa Jul 16, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) - Jilli Hogganaa Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneen Oromiyaa Obbo Guyyoo Galgaloon durfamu Qonna Gannaa bara kanaa magaalaa Sulultaatti eegalchiiseera.…
Ispoortii Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan har’a dorgomiin xumuraa Meetira kuma 10 dubartoota… Sifen Megersa Jul 16, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan har’a dorgomiin xumuraa Meetira kuma10 dubartoota gidduutti halkan sa’aatii 4:20 irraa eegalee ni…
Biiznasii Kenniinsi Tajaajila Baankootaa Teeknooloojirratti hundaa’uu qaba – Dooktar Yinnaagar Dassee Sifen Megersa Jul 16, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) - Kenniinsi Tajaajila Baankootaa Teeknooloojirratti hundaa’uu akka qabu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Yinnaagar Dasseen hubachiisan.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministiraa fi waamamtoonnii isaa aanaa Shaallatti… Sifen Megersa Jul 16, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Hoggantoonnii fi Hojjettoonni Waajjira Muummee Ministiraa fi dhaabbileen waamamtootaa Godina Arsii Lixaa aanaa Shaallatti Biqiltuu…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo fi Injibaaraa barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa turan… Sifen Megersa Jul 16, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Walaayittaa Sooddoo fi Injibaaraa barattoota muummeewwan garaagaraan sagantaa idilee fi idilee alaan barsiisaa turan…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa ture kuma 5 ol eebbisiise Sifen Megersa Jul 16, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa ture kuma 5 fi 58 eebbisiiseera. Yuunivarsitiin Finfinneen…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota 1493 eebbisiise Sifen Megersa Jul 16, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Yuunivarsitiin Bulee Horaa barattoota sagantaa idilee fi idilee alaan digrii jalqabaa fi lammaffaan barsiisaa ture kuma 1 fi 493…
Biiznasii Biirichi bara baajataa xumurametti galii Birrii biiliyoona 2.3 ol walitti qabuu beeksiise Sifen Megersa Jul 16, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Biiroon Galiiwwanii naannoo Afaar bara baajataa xumurametti galii Birrii biiliyoona 2.3 ol walitti qabuu beeksiiseera. Biirichi bara baajataa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Ristuu Yirdaawu fi Obbo Ahimad Shiideen godina Kaambaataa Xambaarootti biqiltuu… Sifen Megersa Jul 16, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Ummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw fi Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen sagantaa Ashaaraa…
Ispoortii Fiigicha Gulaallii shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa eda gaggeeffameen Atleetoonni… Sifen Megersa Jul 16, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) –Fiigicha Gulaallii shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa eda Ooriiganitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa kooriniyaa lamaaniinu marsaa…