Oduu biyya keessaa Gaambeellaatti daangessi yeroo labsame Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti haala yeroon walqabatee sochii seeraan alaa to’achuuf daangeffamni sa’aatii labsamuu Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Walga’iin idilee raawwchiiftota Gamtaa Afrika gaggeeffamuu eegale Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Walga’iin idilee rawwachiiftota Gamtaa Afriikaa 41ffaan gaggeeffamuu eegaleera. Jilli Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti dhaabbilee misoomaarraa galii Birrii biiliyoona 100 ol walitti qabamuun ibsame Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Dhaabbilee Misoomaa Naannoo Oromiyaa irraa barana galii Birrii biiliyoona 100 ol walitti qabamuu Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantiitti Qindeessaan…
Oduu biyya keessaa Aanaa Tahuuladareetti shugguxii fulkoon seeraan alaa daddarbaa ture 129 to’atame Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa Aanaa Tahuuladareetti shugguxiin fulkoon seeraan alaa daddarbaa ture 129 to’atameera. Shugguxiin seeraan alaa kun Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti naannawaalee balaa lolaaf saaxilamoo ta’an 161 adda baafamaniiru- Koomishinii Hoggansa… Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti naannawaa balaa lolaaf saaxilamoo 161 bakkoota 61tti, yaadota furmaataa waliin adda baafamuun qaamolee dhimmichi ilaallatu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti imbaasiin Kooriyaa Kaabaa Faanaa Broodkaastiing Korporeet waliin hojjechuuf fedhii… Ayana Dheressa Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti imbaasiin Kooriyaa Kaabaa Faanaa Broodkaastiing Korporeet waliin walta'iinsaan hojjechuuf fedhii qabaachuu ibseera. Ityoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Komishinar Mitikkuu Kaasaan mana murtiitti dhiyaatan Ayana Dheressa Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Guyyaa kaleessaa malaammaltummaan shakkamanii to'annoo seeraa jala kan oolan Komishinarri Komishinii Sodaa Balaa Mitikkuu Kaasaan mana murtiitti…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii dargaggoota Afrikaa Finfinneetti gaggeefamaa ture xumurame Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – “Dargaggoota Ijaarsa nageenyaa fi eegumsa naannawaaf” mata duree jedhuun waltajjiin marii dargaggoota Afrikaa 2022 Finfinneetti gaggeeffama ture…
Oduu biyya keessaa Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen miseensota Komishinii Marii Biyyaalessaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen miseensota Komishinii Marii Biyyaalessaa waliin mari’atanIIRU. Komishinichi hojiilee baatiiwwan arfan…
Oduu biyya keessaa Pirezidanti Saahilawarqi Zawudee Hoji Gaggeessaa Giddugala Madaqsaa Idil Addunyaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jul 14, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC) – Pirezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee Hoji Gaggeessaa Olaanaa Giddugalaa Madaqsaa Idil Addunyaa (GCA) Pirofeesar Paatiriik Varkujiin waliin waajjira…