Ministiroonni Faayinaansii Biyyoota Afrikaa Bahaa roodmaappii daldalaa Gaanfa Afrikaa cimsuu…
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Ministirooni misoomaa Afrikaa Bahaa hariiroo Daldalaa Gaanfa Afriikaa cimsuuf kan gargaaru roodmaappii Inisheetiivii Gaanfa Afriikaa raggaasisan.…