Oduu biyya keessaa Ayyaanni Waggaa Gabreelii kabajamaa jira Tsehay Guluma Dec 28, 2024 0 Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Ayyaanni waggaa Gabireelii Qullubbii fi Hawaasaatti kabajamaa jira. Ayyaanichi bakka hordoftoonni amantichaa argamanitti kara duudhaa amantaa isaa…
Oduu biyya keessaa Koreen Giddugalessa Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Dec 28, 2024 0 Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)-Koreen Giddugalessa Paartii Badhaadhinaa walga’ii gaggeessuuu eegaleera. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa Hawaasummaa…
Teeknooloojii Lammiileen kuma 400 ol leenjii koodarootaa fudhachaa jiru Debela Tadesse Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Inisheetiivii Koodaroota Itiyoophiyaanota miiliyoona 5’n lammiileen kuma 400 fi kuma 22 fi 842 leenjii fudhachaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi…
Oduu biyya keessaa Itiyoo Teelekoom Magaalota 67tti tajaajila Neetwoorkii Moobaayilaa dhalootaa 4ffaa eegalchiise Debela Tadesse Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Itiyoo Teelekoom tajaajila daataa amansiisaaf Tajaajila Neetwoorkii Moobaayilaa Dhalootaa 4ffaa Magaalota 67’tti eegalchiiseera. Tajaajilli Neetiwoorkii…
Oduu biyya keessaa Adeemsi caalbaasii bittaa Doolara miiliyoona 1 addaan cite Debela Tadesse Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)-Hojii malaammatummaa ittisuu hatattamaan adeemsi caalbaasii bittaa Doolara miiliyoona 1 addaan cituu Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen biyyoota alaa Baala sammuu namaa hadoochu daddabarsuun shakkaman to’ataman Sifen Megersa Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Lammiileen biyyoota alaa Baala sammuu namaa hadoochu daddabarsuun shakkaman to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksise. Lammiileen kunneen karaa seeraan…
Oduu biyya keessaa Dhiyeessa Xaa’oo Godina Arsii Sifen Megersa Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Godina Arsiitti hanqina dhiyeessii callaa guddiftuu caalmaatti fooyyeessuuf hojjatamaa jiraachuu ibsame. Xaa’oo bara oomishaa 2017/2018'f oolu Kuntaala…
Idil Addunyaa Moorookootti Bidiruun Godaantoota feetee imalaa turte dhidhimuun lubbuun namoota 69 darbuun ibsame Tsehay Guluma Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Moorookootti Bidiruun godaantoota feetee imalaa turte dhidhimuun lammiilee Maalii 25 dabalatee lubbuun namoota 69 darbuun ibsame. Bidiruun Ispeen ga'uuf…
Ispoortii Tapha Waancaa Itiyoophiyaan Shaggar marsaa 3ffaaf darbe Sifen Megersa Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Tapha Waancaa Itiyoophiyaa marsaa 2ffaa tapha 2ffaa har’a taphatameen Shaggar kilaba 2ffaa marsaa 3ffaaf darbe ta’eera. Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Daandiilee rakkoolee hawaasummaa furuuf gargaaran keessa tokko tola ooltummaadha-Obbo Mahaammad… Tsehay Guluma Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC)- Daandiilee rakkoolee hawaasummaa furuuf gargaaran keessa tokko tola ooltummaa ta’uu Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Mahaammad Idiris ibsan.…