Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Artiist Kidaanee Misgaanaaw raawwate Sifen Megersa Jun 2, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC) – Sirni awwaalchaa abbaa ogummaa hundagaleessaa Artiist Kidaanee Misgaanaaw har’a Finfinnee Mana Amantaa Kiristaanaa Amanu’eelitti raawwateera. Artiisti…
Oduu biyya keessaa Buufatalee filannoo magaalaa Jimmaa fi Aanaa Dedootti bu’aan sagalee yeroo maxxanfamaa jira Sifen Megersa Jun 2, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC) – Buufatalee filannoo magaalaa Jimmaa fi Aanaa Dedootti bakkeewwan lakkaawwiin xumurameetti bu’aan sagalee yeroo maxxanfamaa jira. Buufataalee…
Oduu biyya keessaa Misoomni qarqara lagaa Inxooxxoo- Madaanaalamii Qacanee haala bashannanaafi daldalaaf mijatuun… Ayana Dheressa Jun 2, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2018(FMC)- Misoomni qarqara lagaa Riqicha Adurree (Inxooxxoo) irraa hanga Madaanaalamii Doobbii ( Qacanee) haala bashannana, daldalaafi taateewwan hawaasummaaf…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti bu’aan filannoo yeroo maxxanfamaa jira Ayana Dheressa Jun 2, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2018(FMC)- Naannoo Hararii buufataalee filannoo naannoolee filannoo 3 jala jiran 294’tti bu’aan filannoo yeroo maxxanfamaa jira. Filannoo waliigalaa 7ffaa guyyaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pirojektii qarqara lagaa Inxooxxoorraa hanga Madaanaalamii Qacanee hojii… Ayana Dheressa Jun 2, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Pirojektii qarqara lagaa Inxooxxoorraa hanga Madaanaalamii Qacanee hojii eegalchiisaniiru. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Buufataalee Filannoo Godina Baaleetti argamanitti bu’aan filannoo yeroo maxxanfamuu eegale Sifen Megersa Jun 2, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC) – Buufataalee Filannoo Godina Baalee jalatti argaman kanneen lakkaawwiin sagalee xumurame keessatti bu'aan filannoo kan yeroo maxxanfamaa jira. Filannoon…
Oduu biyya keessaa Aanaalee Godina Jimmaatti bu’aan filannoo yeroo maxxanfamuu eegale Sifen Megersa Jun 2, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 (FMC) – Godina Jimmaa Aanaa Sokorruutti buufataalee filannoo 92n keessatti bu'aan filannoo kan yeroo maxxanfamaa jira. Haawaasnis bu'aa sagaleesaa ifoome…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Filatte! Sifen Megersa Jun 2, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 ( FMC) - Itiyoophiyaan filannoo dimookiraatawa biyyoota Afrikaaf fakkeenya ta’e filachiifteeti. Filannoo kanaaf dursa filattoonnii miiliyoona 54 ol ta'an…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanoonni filatan, Itiyoophiyaanis injifatte! Yonatan Birhanu Jun 2, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2018 ( FMC) - Itiyoophiyaanoonni filatan! Itiyoophiyaan injifatte jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Tajaajilichi Filannoo waliigalaa 7ffaa kaleessa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ummata Itiyoophiyaa xiiqiin sagalee kennaa oole galateeffatan Yonatan Birhanu Jun 1, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2018 ( FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ummata Itiyoophiyaa xiiqiin sagalee kennaa oole galateeffataniiru. Uumaan ala waa'ee ummata kanaa guutee…