Hojiin jireenya hawaasa baadiyyaa jijjiiruuf eegalame cimee itti fufuu qaba- Obbo Taaggasaa Caafoo
Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2018 (FMC) – Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon hojiin jireenya hawaasa baadiyyaa jijjiiruufi oomishtummaa guddisuu eegalame…