Yaa’icharratti hirmaachuuf bakka bu’oonni biyyoota garaagaraa Finfinnee gala jiru
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2014 (FBC) – Yaa’ii Nageenyaa fi Misoomaa biyyoota gaanfa Afrikaa fi Chaayinaa guyyaa boruu eegalu irratti hirmaachuuf bakka bu’oonni biyyoota garaagaraa Finfinnee…