Oduu biyya keessaa Ayyaanni Kataraa guyyaa har’a ni kabajama Obse Wakgari Jan 18, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC) – Ayyaanni Kataraa guutuu Ityoophiyaatti hordooftoota amantaa kiristaanaatin guyyaa har’aa ni kabajama. Ayyaanni Cuuphaa addunyaan Ityoophiyaa caalmaatti…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Ayana Dheressa Jan 18, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun hordoftoota amantaa kiristaanaa maraaf ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Seenaa…
Oduu biyya keessaa Hojiin Misooma Sululaa fi Jallisui haala rakkoo Ityoophiyaaf gumaachuu danda’uun ni hojjetamu… Sifen Megersa Jan 17, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Hojiin Misooma Sululaa fi Jallisii bona kana gaggeeffamu haala rakkoo Ityoophiyaaf gumaachuu danda'uun hojjetamuu akka qabu Ministirri Ministeera Qonnaa…
Ispoortii Buurkiinaafaasoo 1 – 1 Ityoophiyaa Sifen Megersa Jan 17, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa ramaddiin xumuraa har'a Buurkiinaafaasoo Ityoophiyaa gidduutti taphatame goolii 1 qixaan xumurame. Goolii Siiriiyil Baayyaalaan…
Oduu biyya keessaa Mana Amantaa Ortodoksi Tawaahidootti Phaaphaasiin kutaa lallabaa Iluu Abbaa Boor Abunee… Sifen Megersa Jan 17, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksi Tawaahidootti Phaaphaasiin kutaa lallabaa Iluu Abbaa Boor Abunee Mikaa'eel boqotaniiru. Abunee Mikaa'eel dhibee…
Oduu biyya keessaa Godina Gujiitti Gamaaggamni Raawwii Hojii Mootummaa baatii 6, Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalota 18… Sifen Megersa Jan 17, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Godina Gujiitti gamaaggamni Raawwii Hojii Mootummaa baatii 6 Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalota 18 hirmaachise Bulchiinsa Magaala Nageelleetti eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Gamoo Bulchiinsa Magaalaa, seensaa fi bahinsa magaalaa Amboo ibsu Birrii Miiliyoona dhibbi 2 fi… Sifen Megersa Jan 17, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Gamoon Bulchiinsa Magaalaa, seensaa fi bahinsa magaalaa Amboo ibsu waliigalaan Birrii Miiliyoona dhibbi 2 fi miiliyoona 23 oliin ijaaruuf bakka hoggansi…
Oduu biyya keessaa Ayyaannichi bifa duudhaalee nageenyaa fi waliin jireenyaa eegeen akka kabajamu Yaa’iin… Sifen Megersa Jan 17, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Ayyaanoonni hundi bifa duudhaalee nageenyaa fi waliin jireenyaa eegeen akka kabajamu Yaa'iin Dhaabbilee amantaa Ityoophiyaa waamicha dhiyeessera.…
Fayyaa Hawaasni ayyaana Cuuphaa wayita kabajuu of eeggannoo vaayrasii koroonaa taasisuu qaba-Ministeera… Ayana Dheressa Jan 17, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC)-Ministeerri Fayyaa Hawaasni ayyaana Cuuphaa wayita kabajuu of eeggannoo vaayrasii koroonaa taasisuu qaba jechuun beeksiseera. Ayyaannicha adda kan…
Oduu biyya keessaa Qaamolee Nageenyaa naannoo Afaaritti argamanii fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona… Sifen Megersa Jan 17, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) – Raayyaa Ittisa Biyyaa, Humni Addaa fi Qaamolee Nageenyaa naannoo Afaaritti argamanii fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 8.9…