Qophaa’umma loltummaa raayyaa ittisaa biyyaa sadarkaa olaanaan guddisuun danda’ameera jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Ga’umsaa gama maraa raayyaa ittisaa guddisuu fi sadarkaa qophaa’ummaa loltummaarraan ga’uuf karoorri qabame milkaa’uu danda’eera jedhan Ittigaafatamaan…