Mootummaan barana xaa’oof Birrii biiliyoona 15 deegarsa taasise – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Barana hojiilee qonnaa gaggeeffamaniif mootummaan xaa’oof Birrii biiliyoon 15 deegarsa taasiseera jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad.
Damee…