Oduu biyya keessaa Manni marichaa labsiiwwan adda addaa raggaasise Sifen Megersa Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 33ffaa har’a taa’een labsiiwwan adda addaa raggaasiseera. Labsiiwwan waliigaltee liqaa 2 dabalatee…
Oduu biyya keessaa Naannoolee Oromiyaa fi Amaaraatti ruuziin baay’inaan oomishamuuf Yonatan Birhanu Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) - Naannoolee Oromiyaa fi Amaaraatti ruuziin baay’inaan akka oomishamuuf hojjetamaa jira. Hogganaa ittiaanaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Bariisoo fayyisaa…
Oduu biyya keessaa Naannoolee Oromiyaa fi Harariitti barattoonni kumni 200 ol qoramaata biyaalessaa kutaa 12ffaaf… Yonatan Birhanu Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) - Naannoolee Oromiyaa fi Harariitti barattoonni kumni 200 fi kumni 2 ol qoramaata biyaalessaa kutaa 12ffaaf qophaa’aniiru. Naannoo Oromiyaatti barattooni…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Godina Hadiyyaatti ijaarsa misooma Koriidarii mandara moodeela baadiyyaa eegalchiisan Yonatan Birhanu Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Hadiyyaatti ijaarsa misooma Koriidarii mandara moodeela baadiyyaa…
Oduu biyya keessaa Daldaltoota biyyaaf humna ta’an baay’inaan horachuuf hojjetamaa jira- BDO Tsehay Guluma Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC)- Daldaltoota ciccimoo biyyaaf humna ta'an baay'inaan horachuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Daldalaa Oromiyaa. Waltajjiin marii daldaltoota waliin…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Asallaatti rakkoo Kenna tajaajila geejjibaa furuuf hojjetamaa jira Tsehay Guluma Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC )–Ejensiin Geejjiba Bulchiinsa magaalaa Asallaa rakkoo kenniinsa tajaajila geejjibaa furuuf hojjechaan jira jedhe. Bulchinsi magaalichaa rakkoo dhiyeessii…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi hojimaata isaa fooyyessuufi itti quufiinsa maamilaa guddisuuf hojjechaan jira- Dooktar… Tsehay Guluma Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017(FMC) – Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii hojimaata isaa fooyyessuufi itti quufiinsa maamilaa guddisuuf hojjechaan jira jedhe. Ministeerichi guyyaa har’aa…
Ispoortii Adaamaa 2 – 0 Bahiirdar Sifen Megersa Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 33ffaa har’a taphatameen Magaalaan Adaamaa galchii 2 fi 0n Magaalaa Bahiirdar injifateera. Kanaanis…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Godina Kambaataa Aanaa Naannawaa Adiloo Ganda Hamiidootti Misooma Koriidarii Baadiyyaa… Ayana Dheressa Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC )- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Giddugalessa Itiyoophiyaa Godina Kambaataa Aanaa Naannawaa Adiloo Ganda Hamiidootti Misooma Koriidarii…
Oduu biyya keessaa Paartileen siyaasaa dhimma faayidaa biyyaalessaarratti waloon dhaabbachuu qabu- Aadde Adaanech… Ayana Dheressa Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017(FMC) – Paartileen siyaasaa dorgomtootaa faayidaan biyyaalessaa Itiyoophiyaa akka kabajamuuf waloon dhaabbachuu qabu jedhan. Aadde Adaanech Abeebeen mata duree…