Ispoortii Liivarpuul Leenjisaa Arna Islootiin gaggeesse Ayana Dheressa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Kilabni Ingiliz Liivarpuul leenjisaa Arna Islootiin gaggeessuu ifoomseera. #Oromia #Ethiopia
Oduu biyya keessaa Mootummaa bakka nu bu’u filachuuf guyyaa sagaleen itti kennamu eegaa jirra- Jiraattota Magaalaa… Ayana Dheressa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Kaardii filannoo keenyaan mootummaa bakka nu bu’u filachuuf guyyaa sagaleen itti kennamu eegaa jirra jedhan jiraattonni Godina Bunnoo Beddellee magaalaa…
Oduu biyya keessaa IGAD Filannoo Waliigalaa 7ffaa Itiyoophiyaaf taajjabdoota filannoo 26 bobbaase Ayana Dheressa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afriikaa (IGAD) Filannoo Waliigalaa 7ffaa Itiyoophiyaaf taajjabdoota filannoo 26 bobbaaseera jedhe. Daayrektarri…
Oduu biyya keessaa Buufataalee Naannoo Filannoo Adaamaa 1 jala jiraniif meeshaaleen filannoo raabsamaa jiru Ayana Dheressa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Buufataalee Naannoo Filannoo Adaamaa 1 jala jiran 200 oliif meeshaaleen filannoo raabsamaa jiru. Qindeessaan Naannoo Filannoo Adaamaa 1 obbo Dabalee…
Oduu biyya keessaa Naannoo Filannoo Gimbiitti meeshaaleen filannoo raabsamaa jiru Ayana Dheressa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Godina Wallagga Lixaa naannoo filannoo Gimbiitti meeshaaleen filannoo raabsamaa jiru. Naannoo filannoo Gimbiitti meeshaaleen sagalee kennuuf barbaachisan…
Oduu biyya keessaa Filannoon Itiyoophiyaa biyyattiif qofa osoo hin taane ardichaafis murteessaadha- Uhuuruu… Ayana Dheressa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Filannoo Itiyoophiyaan gaggeessitu biyyattiif qofa osoo hin taane ardichaafis murteessaadha jedhan Pireezidaantiin duraanii Keeniyaafi Dursaan taajjabdoota…
Oduu biyya keessaa Godina Baaleetti buufataaleen filannoo meeshaalee filannoo fudhachaa jiru Ayana Dheressa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Filannoo Waliigalaa Caamsaa 24, 2018 gaggeeffamuuf buufataaleen filannoo Godina Baalee meeshaalee filannoo fudhachaa jiru. Naannolee Filannoo…
Oduu biyya keessaa Nageenya ardiifi naannawaan ala misoomaafi guddina mirkaneessuun hin danda’amu- Fiild Maarshaal… Ayana Dheressa May 30, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 22, 2018 (FMC) – Nageenya ardiifi naannawaan ala misoomaafi guddina amansiisaa mirkaneessuun hin danda’amu jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild…
Oduu biyya keessaa Sagaleef gatii kennuun filachuuf qophoofnerra – Barattoota Yuunivarsiitii Haramayaa Sifen Megersa May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa 7ffaan Sagaleef gatii kennuun filachuuf qophoofnerra jedhan Barattootni Yuunivarsiitii Haramayaa. Wiixata dhufu paartii nu bulcha…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina Filannichaaf Deeggarsa Walitti Fufiinsa Qabu Nan kenna – IGAD Yonatan Birhanu May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) - Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afriikaa (IGAD) milkaa'ina filannoo waliigalaa 7ffaa Itiyoophiyaatti gaggeeffamuuf deeggarsa walitti fufiinsa qabu…