Idil Addunyaa Paaksitaanitti balaa lolaatiin lubbuun namoota 1061 darbe Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Baatii Waxabajjii irraa eegalee Paakistaanitti balaa lolaatiin lubbuun namoota kuma 1 fi 61 darbuu gabaafame. Balichaan namoonni miiliyoona 33 ol…
Oduu biyya keessaa Humni qilleensichaa Ityoophiyaa kabachiisuuf qophaa’ummaa olaanaarratti argama- L/J Yilmaa Mardaasaa Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Humni qilleensaa Ityoophiyaa wareegama kaffalamuu qabu hunda kaffaluun biyyattii kabachiisuuf sadarkaa qophaa’ummaa olaanaarratti kan argamu ta’uu Ajajaa…
Biiznasii Baankichi maamiltoonni waliindhooftootarraa akka of qusatan akeekkachiise Sifen Megersa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014 (FBC) – Baankiin Daldala Ityoophiyaa maamiltoonni waliindhooftootarraa akka of qusatan akeekkachiiseera. Sagantaalee badhaasaa sababeeffachuun…
Fayyaa Biriichii bara 2014tti Piroojektoota 926 ijaaruu ibse Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Biiroon Fayyaa Oromiyaa bara baajataa 2014tti piroojektoota 926 ijaaree xumursiisuu ibseera. Biirichi raawwii bara 2014 fi karoora 2015 irrattii ibsa…
Ispoortii Fiigicha Maaraatoonii eda gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan Sifen Megersa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014 (FBC) – Fiigicha Maaraatoonii halkan edaa biyyoota garaagaaraatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru. Walakkaa maaraatoonii Intiriimitti…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad golaambaa wareegamtootaa Aljeers daawwatan Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad daawwannaa hojii Aljeeriyaatti taasisaa jiraniin golaambaa wareegamtootaa magaalaa Aljeersitti argamu daawwatan. Muummeen…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa garee shororkeessaa ABUTiin barbadeessaa jiraachuu ibse Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)-Raayyaan Ittisa Biyyaa garee shororkeessaa ABUTiif akkaataa dhufaatii isaatti duubdeebii kennaafii jiraachuufi barbadeessaa jiraachuu ibseera. Raayyichi…
Oduu biyya keessaa Lammiileen olola diinaa cinaatti dhiisuun humna waloo akka tumsan waamichi dhiyaate Sifen Megersa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan lammiileen olola diinaa cinaatti dhiisuun humna waraanaa waloof aantummaa isaanii akka…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimadii fi Zinnaash Taayyaaachoon daawwannaa hojiif Aljeeriyaa galan Sifen Megersa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii duree Zinnaash Taayyaaachoon daawwannaa hojiif Aljeeriyaa magaalaa Aljeersi galaniiru. Jilli Muummee…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa Ityoophiyaa kabachiisuuf aarsaa barbaachisuu hunda kaffaluuf qophiidha – BMNS Sifen Megersa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Somaalee Birmadummaa Ityoophiyaa kabachiisuuf aarsaa barbaachisuu hunda kaffaluuf qophii ta'uu beeksiise. Mootummaan naannichaa…