Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 5 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 5 gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 51…