Qorannoo saayinsaawaa beekkumsa biyya keessaan wal simsiisuun rakkoolee hawaas diinagdee furuuf…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Qorannoo saayinsaawaan beekkumsa biyya keessaan wal simsiisuun rakkoolee hawaas diinagdee furuu keessatti qooda olaanaa qabaachuu hayyoonni…