Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 46 balallii sadiin Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa…
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 46 guyyaa har'aa balallii sadiin gara biyyaa deebi'aaniiru.
Deebitoota…